Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Atleet Isaamaandee Asiingaan fiigichi meetira 100 umrii waggaa 20 gadii riikkardiin addunyaa fooyyessuun injifateera.
Shaampiyoona Atleetiksii Ameerikaa Kibbaa umrii waggaa 20 gadii gaggeeffamaa jiruun lammiin Suriinaam Atleet Isaamaandee Asiingaan fageenyicha sekondii 9 fi maayikiroo sekondii 89 xumuruun riikkardii addunyaa fooyyesseera.
Riikkardiin iddichaa Atleet Boostiwaanaa Leesiil Teeboogoon sekondii 9 fi daqiiqaa 91 qabamee kan ture ta’uu ragaan Atleetiksii Addunyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.