Fiigicha Maaraatoonii walakkaa Vaaleenshiyaan Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaa-4ffaa ba’an

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaa-4ffaa ba’uun xumuraniiru.

Fiigichichaarratti hirmaachuun Atileet Yoomiif Qajeelchaa 2ffaa, Haagos Gabrahiiwot 3ffaa fi Solomaan Baaraggaan 4ffaan xumuruu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment