Feestivaalli aadaa sadarkaa magaalaa 12ffaan baname

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Feestivaallii aadaa sadarkaa magaalaa 12ffaan banameera.
Feestivaalichi mata duree ‘aadaa nageenyaa fi tokkummaa uummataaf’ jedhuun kabajamaa jira.
Feestivaalichirratti agarsiifni adda addaa dhiyaataniiru.
Hooteela Giyoon keessaatti kabajamaa kan jiru feestivaallii torbee aadaa kanarratti kutaan hawaasa garagaraa walitti babba’aan uuffaata aadaan faayyamuun hirmataniiru.
Feestivaalicharratti agarsiifni oomishaaleen biyya keessaa 150 ta’aan akka gaggeeffamuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment