Feestivaalli tapha aadaa fardaa aanaa Barraak magaalaa Sandaafaa Bakkeetti gaggeeffama jira

Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) – Qopheessuummaa bulchiinsa Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetiin Feestivaallii Gugsii Fardaa ‘tapha aadaa fardaa misooma turizimiitiif’ jedhuun aanaa Barraak magaalaa Sandaafaa Bakkeetti gaggeeffama jira.

Magaalichatti waldorgommiin Guugsii Fardaa qaamolee haawaasaa garagaraa Godina addaa naannawaa Finfinnee,Shawaa Kaabaa,Bahaa fi Godina Shawaa Kibba Lixaa irraa walittii babba’aaniin gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.

Jamilaa Jamaaltu gabaase.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment