Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Feestivaalli Gugsii Farda marsaa 3ffaan Godina Shawaa Kaabaa Magaala Sandaafaa bakkeetti boru gaggeeffama.
Feestivaalicha ilaalchisuun mariin paanaalii qopheessummaa Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa, Godina Shawaa Kaabaa fi Magaalaa Shaggariin guyyaa har’aa gaggeeffamaa jira.
Raahmaa Ahimaditu gabaase.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.