Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ‘JIZ’ waliin waliigaltee mallateessa

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaan dhaabbata Misoomaa Jarman ‘JIZ’ waliin waliigaltee Birrii miiliyoona 10 mallateesseera.
Waliigaltichi Giddugala Leenjii Taphaa fi sadarkaa Dirree shaakkallii Kaaf fooyyessuu, akkasumas Dirree hojjechuuf kan dandeessisu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Akkaataa waliigaltichaan JIZ Giddugala Leenjii Taphaa fi Dirree shaakkalii Kaaf haala sadarkaa isaa eegalteen ijaarsa isaa kan raawwatauu ta’uu ibsameera.
Suphaa fi leenjiin qaama waliigaltichaa ta’uu eerameera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment