Finfinnee, Sadaasa 15, 2016 (FBC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii waliigalaa 27ffaa Magalaa Maqaleetti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaa, Ministir Deetaa Ministeera Aadaa fi Ispoortii Ambaasaaddar Masfiin Charinnat, qondaaltonni koomiishinii Dargaggoo fi Ispoortii naannichaa argamaniiru.
Obbo Geetaachoon haasawaa taasisaniin, mootummaan naannichaa guddina Ispoortiif deeggarsa walirraa hincinne kan taasisu ta’uu ibsan.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.