FBCn waggaa 25ffaasaa buufatalee naannootti kabajaa jira

Finfinnee, Sadaasa 5, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaasiting Koorporeet waggaa 25ffaa isaa buufatalee naannootti kabajaata jira.
Ayyaanichi har’a Jimmaa, Shaashimannee,Haraamayaa fi Dasseetti yoo kabajamu, boruu ammoo Dabra Birhaanitti ni kanajama.
Faanaan waggootaan 25 darbaniitti tajaajila miidiyaan laate, bu’aalee galmeesisee fi mul’ataasaa gara fulduraarratti xiyyeeffachuun ayyaanicha maamilootasaa waliin kabajaa jiraachuu daayreektarri qindeessaa buufatalee naannoo obbo Salamoon Gammadaa ibsaniiru.
Barreefamni FBC eessaa gara kam jedhu dhiyaatee irratti maritamaa jira.
Ayyanichaan dhaggeeffattoonni, maamiltoonnii fi hojjattoonni kan itti galateeffatamaniidha.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa
Comments (0)
Add Comment