FBCn reediyoodhaan sagantaa bashanannaa ‘Maarafiyaa’ jedhu eegale

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaasting Koorporeet reediyoodhaan sagantaa bashananaa ‘Maarafiyaa’jedhu guyyaa har’a ifatti eegalchiiseera.

Hojii gaggeessaan Faanaa Brood Broodkaasting Koorporeet obbo Adimaasuu Daamxaaw haasa taasisaniin, sagantichi yeroo maraa Sanbataa sa’aatii 5:00-900tti FM Faanaa 98.1 dhaggeeffattoota biraa kan ga’u ta’uu himaniiru.

Faanaa Broodkaasting Koorporeet miidayaalee reediyoo, televizhinii fi dijiitaalaan gaaffii, fedhii fi  faayidaa uummataaf akka hojjetuu obbo Adimaasuun himaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment