FBC’n mana harka qalleeyyii baatii tokko dura haaromsaa ture xumuruun dabarse

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaastiing Koorporeet magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lidataatti mana harka qalleeyyii baatii tokko dura haaromsaa ture  xumuruun laateera.

FBC’n mana jireenyaa harka qalleeyyii aadde Masarat Alammaayyoo baatii tokkoo dura haaromsuu jalqabee ture guyyaa har’a xumuurudhaan laateera.

Hoji gaggeessaa olaanaa Faanaa Broodkaastiing Koorporeet obbo Admaasuu Daamxoon, hojiin akkana kanaan kan dhaabbatu miti itti fufa jedhaniiru.

Daagimmaawwi Deeksisaatu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment