Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Faransaay lammiilee kutaa kibba Ityoophiyaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa Yuuroo miiliyoona 3 taasifteetti.
Biyyattiin hongee muudate hordofee Saganyaa nyaata addunyaa Ityoophiyaatti argamuunis deeggarsa Yuuroo miiliyoona 3 kan taasifatee.
Proojektichi naannoo Somaaleetti aanolee hanqina nyaataatin miidhamaaniif deeggarsicha taasisuu ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Faransaayiirra argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.