Faransaay Ityoophiyaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 6.7 taasifte

Finfinnee, Amajjii 20, 2014 (FBC)- Faransaay Ityoophiyaaf deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa doozii miiliyoona 6.7 taasifteetti.

Biyyattin deeggarsichas karaa Koovaax laachuu ishee ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Faransaay irra argamee ni muul’dhisa.

Deeggarsichaas Ityoophiyaan biyyoota Afrikaa keessaa argachuun ishee biyyaa jalqabaa taasiseera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

Comments (0)
Add Comment