Faransaay Ityoophiyaaf dabalataan deeggarsa Doolaara miiliyoona 2 taasifte

Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Faransaay Ityoophiyaaf dabalataan deeggarsa Doolaaraa Ameerikaa miiliyoona 2 taasisuu ishee beeksifteetti.

Deeggarsichi kutaa kaabaa biyyattittii fi naannolee sadii deeggarsa namoomaa barbadaaniif lammiilee fayyadamoo taasisuuf ta’u ragaan Ityoophiyaatti Imbaasii Faransaay irra argamee ni muul’dhisa.

Biyyattiin kana dura Ityoophiyaaf deeggarsa Yuuroo kuma 500 taasisuun ishee ni yaadatama.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment