Finfinnee, Waxabajjii 24, 2016 (FBC)– Tapha Waancaa Awurooppaa 17ffaa har’a gaggeeffameen Faransaay Beeljiyamiin 1 fi 0’n injifatteetti.
Haaluma kanaan Faransaay gara taphaa nuusa xumuraatti ce’uu mirkaneeffatteetti.
Halkan kana sa’aatii 4:00 irraa eegalees taphni Poorchugaal Islooveeniyaa waliin taasistu akkan kan eegamuudha.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.