FAOn Ityoophiyaatti hoomaa awwaannisaa ittisuuf tattaaffii taasifamuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4.1 taasise

Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Nyaata fi Qonna Addunyaa (FAO) Ityoophiyaatti hoomaa awwaannisaa ittisuuf tattaaffii taasifamuuf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4.1 taasiseera.

Deeggarsichi hoomaa awwannisaa ittisuuf xiyyaaroota

keemikaalaa biifanii fi heelikooptaroota kireessuuf baasii baasuuf kan ooluu ta’uu ibsameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment