Faawundeeshiniin Haacaaluu jiraattoota Naannoo Somaalee irraa Shiraan buqqa’aniif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC) – Faawundeeshiniin Artiist Haacaaluu Hundeessaa Jiraattoota Naannoo Somaalee irraa Shiraan buqqa’anii Kutaa Magaalaa Bishaan Gurraachaa jiraniif deeggarsa taasiiseera.

Haati Manaa Artistii Haacaaluu Hundeessaa Aadde Faantuu Damisseen namoota naannoo Somaalee irraa Shiraan buqqa’anii kutaa Magaalichaa qubsiifamaniif re’oota 63 arjoomuu ragaan Kominikeeshinii magaalaa Shaashamanneerraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment