Faawundeeshiniin Dooktara Kabajaa Artiist Lammaa Guyyaa hundaa’e

Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Gumaacha Ogummaa isaanii dhaloota dhufuuf dabsrsuuf Faawundeeshiniin Dooktara Kabajaa Artiist Lammaa Guyyaa hundaa’eera.

Sirna hundeeffamichaarraatti Kitaaboleen isaan barreessan eebbifameera.

Sirna eebbichaarratti hogganaa Biiroo Aadaa fi Tuurimii Oromiyaa obbo Kabbadaa Deessiisaa fi bakka bu’uu waajjira Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Geetuu Wayyeessa dabalatee maatii Dooktara Kabajaa Artiist Lammaa Guyyaa fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamaniiru jedhame.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment