Ergamtoonni garee ABUT irra odeeffannoo burjaja’aa tamsaasuuf ergama fudhachuun lammiilee gara Sudaanitti baqatanitti makamaniiru

Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Ergamtoonni garee ABUT irra odeeffannoo burjaja’aa tamsaasuuf ergama fudhachuun lammiilee gara Sudaanitti baqatanitti makamusaanii Qulqulleessaan Ragaa Yeroo Labsii Ariifachiisaa beeksise.
Miidiyaaleen addunyaa fi dhaabbileen idil addunyaa gareewwan kanneen irraa odeeffannoo argatan akka qulqulleessaaniif Qulqulleessaan Ragaa Yeroo Labsii Ariifachiisaa yaadachiisera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Comments (0)
Add Comment