Emmireetota Arabaa Gamtoomaniitti lammiilee Ityoophiyaa lama Vaayrasi koroonaan irraatti argame Waggoota lamaa achuma jiraachaa kanneen turan ta’uu himame

 

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2012 (FBC) –Emmireetota Arabaa Gamtoomaniitti lammiilee Ityoophiyaa lama Vaayrasi koroonaan irraatti argame Waggoota lamaa achuma jiraachaa kanneen turan ta’uu himame .

Dhiyeenya kana Emmireetota Arabaa Gamtoomaniitti lammiilee Ityoophiyaa lamarratti Vaayrasi koroonaan irraatti argame jedhame Waggoota lamaa achuma jiraachaa kanneen gara biyyaa kan hin imalle ta’uu himameera.

Ministirri Deetaan Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa Fuula ‘Tweetera isaaniin akka ibsanitti, lammileen Ityoophiyaa kunneen waggoota lamaaf biyyicha keessa jiraachaa kan turan,dhiyeenyatti ammoo gara Ityoophiyaa hin imalle. jedhame

Emmireetota Arabaa Gamtoomanitti namoonni 13 irratti koroonaa vaayirasiin argamuusaa fi isaan keessaa 2 lammiilee Ityoophiyaa ta’uusaanii himameera.

Comments (0)
Add Comment