Embaasiiwwan garaagaraa ergaa bagaa ittiin isin gahee dabarsan

Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)-Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa teessoon isaanii Finfinnee ta’e Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Embaasiiwwan Ameerikaa, Raashiyaa, Israa’eel, Ingiliz, Siwiidiin Ayyaanni Cuuphaa ayyaanota sirna miidhaagaan kabajaman keessaa tokko yoo ta’u, hambaa addunyaa ta’ee Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti kan galmaa’e ta’uu yaadachiisan.

Haaluma kanaan embaasiwan kunneen baga ittiin isin gahee jechuun ergaa dabarsaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment