Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Ejensiin Galmeessa Ragaalee Bu’uuraa fi Immigireeshiniin waamicha “Iid hanga Iid” hordofee Ityoophiyaanota, dhalattoota Ityoophiyaa fi michuuwwan ishee gara biyyaa dhufaniif qajeelfama yeroo baasuu ibsame.
Waamicha mootummaa fudhachuun Ityoophiyaanota, dhalattoota Ityoophiyaa fi michuuwwan ishee gara biyyaa dhufan gaaffii Viizaa, Paaspoortii hin haaromfamnee fi waraqaa eenyummaa Ityoophiyaan walqabatee kaasaniif deebii gahaa kennuuf kaayyoon waamichichaa akka milkaa’uuf qajeelfamni yeroo ba’uu ejensichi xalayaa Tajaajila Diyaaspooraaf barreesseen ibseera.
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.