Eertiriyaa fi Keeniyaan daldala, Invastimantii fi haala viizaa malee sochu’uun danda’amurratti waliigalan

Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Eertiriyaa fi Keeniyaan daldala, Invastimantii fi haala lammiileen biyyoota lamaanii viizaa malee sochu’uu danda’anurratti waliigalaniiru.

Pireezidaantiin Eertiriyaa Isaayyaas Afawarqii fi gitni isaanii Keeniyaa Waaliyaam Ruutoon hariiroo daldalaa dabalatee dhimmoota naannawaa fi kanneen biroorratti tumsaan hojjechuun haala danda’amurratti walii galuu ragaan Ministeera Beeksisaa Eertiriyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment