Eejansichi barattoota gargaaraa tiraafikaa 532 ebbisiise

Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) – Eejansiin Maanaajimantii Tiraafikii Magaalaa Finfinnee barattoota gargaaraa tiraafikummaan leenjisaa ture ebbisiise.

Eejansichi barattoota leenjisaa ture 532 har’a ebbisiisera.

Ebbifamtoonni kanneen qaamolee addaddaa waliin tumsaan kan leenjifamanidha.

Ebbifamtoonni balaa tiraafikaa naannoo manneen barnootaatti hir’isuuf ga’ee ni qabaatu jedhameera.

Comments (0)
Add Comment