Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Dhaabbileen miidiyaa Faanaa Broodkaastiing Koorpooreet dabalatee Televiizhinii Waaltaa fi Waafaan tajaajila lammuummaa godina Gujii magaalaa Adoolaatti guyyaa 2ffaa gaggeessaniiru.
Guyyaa har’as magaalaa Adoolaatti sagantaa manneen harka qalleeyyi deebisanii dhaabuu gaggeeffameera.
Itti aansuunis sagantaa dhaabbii biqiltuu gaggeessaniiru.
Wayita kanaatti hojii gaggeessaan FBC Obbo Adimaasuu Daamxoo, hawaasni naannichaa sirna gadaa deeggaruun, waliif yaaduu fi wal deeggaruun kan jiraatuudha jedhaniiru.
Masaraat Damisuu fi Afwarq Iyaayyuutu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.