Duulli ittisa aramaa imboocci baatii tokkoof turu eegale

Finfinnee, Onkololeessa 9,2013 (FBC) – Duulli ittisa aramaa imbooccii baatii Onkololeessa 9 hanga Sadaasa 9, 2013tti turu har’a ifatti eegaleera.

Duullichaanis haroo Xaanaa kan weerare aramaan imboocci itti fufinsaan akka ittifamu ibsameera.

Preezdaantiin mootummaa naannoo Amaaraa obbo Tamasgan Xiruunah, duula eegalameerratti lammiileen Ityoophiyaa hundi akka hirmaataniif waamicha taasisaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment