Duulli aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuu eegalame

Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Duulli akka biyyaatti aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuu eegalameera.

Sagantaan kun har’a guutuu biyyaatti mata duree ‘Egeree keenya har’a haa dhaabnu’ jedhuun sa ‘aatii 12:00 eegalee jalqabameera.

Sagantichaaf iddooleen kumni 9 fi 500 kaartaan qophaa’uu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment