Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC)- Dura ta’aan Komishinara Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaamaaat ayyaana Qillee sababeeffaachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Dura taa’ichi, hordoftota amantaa Kiristaanaa maraan baga dhalaachuu Goftaa Yesuus Kiristoosin fayyaa fi nagaan isin gahee jedhaniiru.
Fuula Twiitara isaaniin waayyilaan hojii koo hundaaf ‘ayyaana gaarii’ jedhaniiru.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.