Sagantaan dubartoonni hojii isaaniin milkaa’an karaa itti shamarraniif muuxannoo isaanii qoodan ifoome

Finfinnee, Muddee 12, 2013 (FBC) – Sagantaan dubartoonni hojii isaaniin milkaa’an karaa itti shamarraniif muuxannoo isaanii qoodan ifoome.
Dubartoonni hojii isaaniin milkaa’an karaa itti shamarraniif muuxannoo isaanii qooduu danda’aan irratti sagantaa qopheessuu Ministeerri Dhimma Dubartoota ,Daa’immanii fi Dargaggoota beeksise.
Sagantaa kunis ifaa kan ta’ee bakka Preezdaantiin Saahilwarq Zawdee argamanitti.
Shaaraataan Addisitti ifa kan ta’e kaayyoon sagantichas dubarttoonni hojii isaaniin milkaa’an muuxannoo isaanii dubartootaa shammaran ta’anii fi dhaabbilee barnootaa olaanaa seenaniif akka qoodanifi akka barsiisaan ta’uu ibsameera.
Dubartoonni hojii isaaniitiin milkaa’an kunis dubartootaa filaman waliin tokko tokkon wal argun muuxannoo qoodufi jedhameera
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment