Dr. Abiy Ahimad Leetanaal Jeeneral Abdal Fataahi Abdalraahimaan Buriyaan waliin mari’atan.

Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad duraa taa’aa Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaal Jeeneral Abdal Fataahi Abdalraahimaan Burihaan waliin mari’atan.

Marii isaaniin hariiroo diinagdee biyyoota lamaanii cimsuu fi haalaa nageenya naannoo mirkaneessuun danda’aamuurratti bilbilan mari’ataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment