Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 15ffaan guyyaa har’a xumurama

Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 15ffaan torbeewwan 8’f gaggeeffamaa ture guyyaa har’a xumurama.

Maqdas Zawdee, Haayilayesuus Isheetuu, Heenook Birhaanuu fi Kiruubeel Geetaachoon har’a sa’aatii 6:00 irraa eegalee marsaa 3’n walmorkatu.

Dorgomtoonni Birrii miiliyoona 1 kan qooddatan yoo ta’u, 1ffaan kan xumure Birrii kuma 400, 2ffaan kuma 300, 3ffaan kuma 200 fi 4ffaan kuma 100 ni badhaafamuu.

Dorgaa dorgichi har’a sa’aatii 6:00 irraa eegalee buufataalee FM hundaan, Teeleeviizhiinii fi filannoowwaan diijitaalaa Faanaa Biroodkastingi Koorporeet hundaan kallattiin ni tamsaafama.

Hordoftoonnis karaa ergaa gabaabaa 8222 nama dinqisiifatan deeggaruu kan danda’an ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment