Doorkar Abiy bara haaraa faranjootaan ergaa hawwii gaarii dabarsan

Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa faranjootaa 2024 ilaalchisuun erga baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin michuuwwanii fi tumsitoota idil addunyaa maraan baga bara haaraa 2024’n isin gahe jedhaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment