Doolaarri Ameerikaa seeran ala daddabarfamaa ture kumni 35 ol to’atame

Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Doolaarri Ameerikaa seeran ala daddabarfamaa ture kumni 35 ol sakattoo Baabura keessatti taasifameen to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Sakattoo Furgoo Baaburaa kutaa magaalaa Liddataatti taasiifameen Doolaarri Ameerikaa kumni 35 fi 600 qabamuu ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment