Doolaarri Ameerikaa kumni 100 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame

Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Niifaas Siilkii Laaftootti Doolaarri Ameerikaa kumni 100 seeraan ala daddabarfamaa ture sakkatta’iinsa Poolisiin tasa taasiseen shakkamtoota waliin to’atamuun ibsameera.

Qajeelchi poolisii naannawwaa Caffee Aanaa 11 bakka Addaa ‘’Tsabala ‘’jedhamutti nageenyaaf jechaa sakkata’iinsa tasa taasifameen to’annaa jala oolfamuu isaanii ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment