Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa fi jilli isaaniin durfamu Warshaa Huccuu Dabra Birihaanitti Birrii biiliyoona 1 oliin ijaarrame eebbisiisaniiru.
Warshaan kun namoota 300f kallattiin carraa hojii kan uumu yoo ta’uu, namoota kuma 3 ammoo karaa naannawaan hojii uuma jedhameera.
Mootummaan naannoo Amaaraa abbootii qabeenyaa warshichaaf deeggarsa barbaachisu hunda kan taasiisa ta’uu Dooktar Kaffalaan ibsaniiru.
Zalaalem Gabayyoohutu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.