Dooktar Xilaahun Goshuu fi deeggartoonni isaa meeshaalee yaala fayyaa Doolaara miiliyoona 4.8tti tilmaamamu Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisan

Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) – Dooktar Xilaahun Goshuu (Mihret Medical Supply) deeggartoota isaanii waliin ta’uun meeshaalee Yaalaa Fayyaa fi qorichoota garaagaraa Doolaaraa Ameerikaa miiliyoonaa 4.8tti tilmaamamu Ityoophiyaaf arjoomaniiru.

Dhaabbilee Fayyaa naannawaa Kaaba Ityoophiyaa sababa garee shororkeessaan barbadaa’aan deebisanii ijaaruuf deeggarsa kana taasisuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Fitsum Araggaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii ibsaniiru.

Ambaasaaddar Fitsum deeggarsa taasiifameef galateeffataniiru

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment