Dooktar Warqinaan Dura Taa’aa Komishininii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 11, 2016 (FBC)- Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misooma Mootummoota Bahaa Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon Dura Taa’aa Komishininii Gamtaa Afrikaa Musaa Faakii Mahaammat waliin mari’ataniiru.

Mariin isaanii dhimmoota faayidaa waloorratti kan xiyyeeffate ta’uu Dooktar Warqinaa Gabayyoon toora miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Dooktar Warqinaan nageenya naannawichaa mirkanneessuuf hojii walta’iinsaan hojjetamu keessatti deeggarsa Gamtaa Afrikaarraa taasifamu dinqisiifataniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment