Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon ayyaana Irreechaa sababeeffachuun, ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Uummata Itiyoophiyaa maraan baga ayyaana Irreessaa bara 2016 nagaan geessan jedhaniiru.
Irreeffannaan malkaa taliila qulqulluu, kan nagaa, kan jaalalaa fi tokkummaa akka ta’u hawwaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.