Dooktar Warqinaa Gabayyoon dhimma Sudaan ilaalchisee Muusaa Faakii waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon dhimma Sudaan ilaalchisee Komishinara Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Maahaammat waliin mari’ataniiru.

Sudaanitti nageenya mirkaneessuuf Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa fi Gamtaan Afrikaa murannoo qabaachuu Dooktar Warqinaan ibsaniiru.

Dhaabbileen lameen biyyattiitti nageenyi waaraa akka bu’u waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka taasiifamu waloon kan hojjetan ta’uu eeraniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment