Dooktar Warqinaa Gabaayyoon Antoonii Biliinkaan waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Barreessaan Dhaabbata Misooma Mootummoota Bahaa Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon Ministira Dhimmaa Alaa Ameerikaa Antoonii Biliinkaan waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniin Dhaabbanni Misooma Mootummoota Bahaa Afrikaa nageenyaa Ardichaa eegsisuuf shoora olaanaa bahachaa jiraachuu eeruun IGAD fi Amerikaan tumsaa tarsiimawaa irratti Antoonii Biliinkaan waliin mari’achuu Dooktar Warqinaan midiiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment