Dooktar Taaddasaa Kaasaa itti gaafatamaa waajjira Koree Ministiroota ta’uun muudaman

Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)- Dooktar Taaddasaa Kaasaa itti gaafatamaa waajjira Koree Ministiroota ta’uun muudamaniiru.

Naannolee Tigraay, Amaaraa fi Affaaritti dhiibba mirga namoomaa raawwataman qorachuun, yakkamtoonni seeraan akka gaafatamaa taasisuu fi miidhamtoota deebisanii dhaabuuf kan bobba’ee koreen Ministiroota Dooktar Taaddasaa Kaasaa itti gaafatamaa waajjiricha gochuun muudeera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

Comments (0)
Add Comment