Dooktar Qana’aa Yaadataan Hogganaa Biiroo Bulchiinsa fi Misooma lafa magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee muudama hoggantootaa Kantibaan magaalichaa Aadde Adaanach Abeebee dhiyeessan raggaasiise.

1.Haaluma kanaan Dooktar Qana’aa Yaadataan Hogganaa Biiroo Bulchiinsa fi Misooma lafa magaalaa Finfinnee ta’uun muudamaniiru.

2.Obbo Mitikkuu Asmaaree – Hogganaa Biiroo Geejjibaa,

3.Aadde Liidiyaa Girmaa -Hoggantuu Biiroo Bulchiinsaaf nageenyaa,

4.Aadde Habiibaa Siraaj – Hoggantuu Biiroo Leenjii Teeknikaa, ogummaa fi Teekloonoojii,

5.Dooktar Jamaaluu Jambaruu – Komishinara Komishinii Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa fi Tola Ooltummaa,

6.Obbo Jamaal Raddii -Komishinara Komishinii Namuusaa fi Farra Malaanmatummaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment