Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Duraanii Itiyoophyaa Dooktar Mulaatuu Tashoomaan Pireezidaantii Ugaandaa Yuweerii Museveenii waliin mari’ataniiru.
Dooktar Mulaatuun ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa pireezidaantichaaf ergame qaqqabsiisaniiru.
Dureewwan lameen haala hariiroo gamlameenii cimsuun danda’amuu fi walta’iinsa naannawaa fi idil addunyarratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.