Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan hojii raawwachiiftuu olaantuu ‘Kiliintan Helzii’ Jooy Maafii waliin mari’ataniiru.
Sagantaa karoora Ekisteenshinii Fayyaa dabalatee tajaajila kunuunsaa fayyaa fooyyeessuuf tumsa waloo haala cimsuun danda’urratti mari’achuu isaanii Dooktar Liyaan Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Dhimmoota weerara vaayrasii koroonaa, dhaabbilee fayyaa deebisanii dhaabuuf tattaaffii taasiifamuu fi ijaarsa sirna fayyaa ilaalchisee mari’achuu isaanii himaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.