Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Warshaa Faarmaasiyuutikaalaa Saansheeng Zoonii Indaastirii Magaalaa Duukamitti argamu daawwatan.
Adeemsa warshichi qorichoota karaa qulqullina isaa eeggateen itti oomishu Dooktar Liyaan dinqisiifachuu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni mul’isa.
Warshichi gosa qorichoota 60 ol oomishaa jiraachuu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.