Dooktar Liyaa Taaddasaan Hospitaala Felaga Hiywoot daawwatan

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan magaalaa Baahir Daaritti kan argamu Hospitaala Felaga Hiywoot hospiitaala nageenyummaa fi qulqullinnisa eegame taasisuuf sochii taasifamaa jiru daawwataniiru.
Hojiiwwan keeninnisa taajijila hunda galeesssaa hospitaalichaas daawwataniiru.
Daawwi isaanitiin hooggantootaa fi hojjetootta hospitaalichaa fi biiroo fayyaa naannichaa galateeffataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment