Dooktar liyaa Taaddasaan gareen deeggarsa covid-19 Ameerikaa Siyaatilitti argamu taasisaan galateeffatan

Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC)-Ministirri ministeera Fayyaa Dooktar liyaa Taaddasaan gareen deeggarsa covid-19 Ameerikaa Siyaatilitti argamu Doolaara Ameerikaa kuma 200 fi meeshaalee ittisa vaayrasii koroonaa arjooman galateeffataniiru.

Akkasumaas Dooktar Liyaan daandiin qilleensa xiyyaaraa Ityoophiyaa fi Booying waliin ta’uun meeshicha kaffaltii malee waan asiin ga’aniif galateeffataniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

Comments (0)
Add Comment