Dooktar Liyaa Taaddasaan daayreektara olaantuu HIV Eedsii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii walii mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan daayreektara olaantuu HIV Eedsii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Wiinii Biiyaaniyamaa walii mari’ataniiru.
Marii isaaniitin HIV ittisuuf waloon ciminaan hojjechaa akkuma turan covid-19 ittisuufis haloota ciminaan hojjechuun danda’amuurratti mari’ataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment