Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoon Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Wageeshoon Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Ayyaanni Irreechaa Ayyaana tokkummaa fi Obbolummaa ta’uu isaan garaagarummaa tokko malee ayyaana tokkummaan uumaan galateeffamuudha jedhan.

Ayyaana qaama sirna gadaa kan ummanni dhiifama itti waliif godhan ayyaan nageenyaa, jaalalaa fi walummaati ta’uu ergaa isaaniin kaasaniiru.

Ayyaanichi ayyaana nageenyaa, jaalalaa, tokkummaa fi obbolummaa akka ta’u hawwii qaban ibsaniiru.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment