Dooktar Injiinar Silashiin madda anniisaa Bubbee Ayishaatti ijaarramu ilaalchisee marii taasiisan

Finfinnee,Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan madda anniisaa Bubbee Ayishaatti ijaarramu ilaalchisee Huseen Alnuuwayis waliin marii taasiisaniiru.
Dooktar Injiinar Silashiin ijaarsa madda aanniisaa Bubbee naannoo Soomaalee Ayishaatti gaggeeffamu ilaalchisee itti gaafatamaa Invastimantii Alnuuwayis waliin mariin taasiisan bu’aa qabeessa ta’uu eeraniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment