Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC) -Pireezidaantiin Naannoo Kibba Lixaa Itiyoophiyaa Dooktar Injiinar Nagaash Wageeshoon sagantaa Ashaaraa Magarisaa sadarkaa naannichatti eegalchiisaniiru.
Dooktar Injiinar Nagaash wageeshoon naannichatti biqiltuuwwaan miiliyoona 400 dhaabuuf karoorfamuu ibsuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannicharra argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.